Abdii Nagahoo Huseen Telegram channel
Somali
Kuula qalamaan kuulee
Duula ganamaan duulee
Soora uumuf dhalootaa
Yooman eege baroota...
Akka dhaloonni arguu
Afoola sabaa margu....
Waan uuman naaf arjoome
Isiniif laadha namoomee...
Yaadaaf:0982598384